0% found this document useful (0 votes)
575 views68 pages

Raafuu Maramaa: Qajeelfama Oomisha

The document outlines the Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP), focusing on the cultivation of various cabbage varieties and their optimal growing conditions. It provides guidelines on agricultural practices, market analysis, and post-harvest management to enhance productivity and market access for smallholder farmers. The publication is a collaborative effort involving several agricultural bureaus and the Japan International Cooperation Agency (JICA).
Copyright
© © All Rights Reserved
We take content rights seriously. If you suspect this is your content, claim it here.
Available Formats
Download as PDF, TXT or read online on Scribd
0% found this document useful (0 votes)
575 views68 pages

Raafuu Maramaa: Qajeelfama Oomisha

The document outlines the Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP), focusing on the cultivation of various cabbage varieties and their optimal growing conditions. It provides guidelines on agricultural practices, market analysis, and post-harvest management to enhance productivity and market access for smallholder farmers. The publication is a collaborative effort involving several agricultural bureaus and the Japan International Cooperation Agency (JICA).
Copyright
© © All Rights Reserved
We take content rights seriously. If you suspect this is your content, claim it here.
Available Formats
Download as PDF, TXT or read online on Scribd

OOMISHA RAAFUU MARAMAA

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019
Mata-duree Leenjii: Oomisha Raafuu Maramaa
Ariirrata
Kaayyoo: Raafuu Maramaa Ayrishi irratti qajeelfama kennuu
Kayyoo gooree : • Meeshaan leenjii kun hojimaata/gochoota bu’uraa kan oomisaa fi
• Oomishaa, qabinsa oomisha booda, fi haala gabaa Raafuu Maramaa gabaa midhaaniif barbaachisan hoomisha midhaan kudraa fi
Ayirishii irratti odeeffanoo bu’uraa kennuu mudra ilaalcha keessa galchudhan kan hoojiirra oolu ta’a.
Qabiyyee:
• Hojmaatni/gochootni bu’uraa bifa mata duree gurgudaa torbaatti
1. Seensa: Seenaa(Background), gosoota/sanyii beekkamoo muraasa, fi (7) fi xixinaa 20tii adda qoodaman. Mata dureeleen 20n Mala
haala qilllensaa fi naannoo gaha (Optimal Ecological Requirements) Waliigala Hoomisha Kudra fi Mudraa fi Qabinsa hoomisha
2. Qophii qonnaan duraa 1 – 5 Boodaa (MWHKM&QHB20) jedhamuun beekkaman. Adda
qoodinsi kun gufulee hoomishaa fi gabaa qotee bultootaa xixiqaa
3. Hojiilee qonnaa baratamoo 1- 9 qunnamaniin walqabatee muuxannoo projeektii Kudraa fi Mudraa
4. Sassaabuu Qonnaan Bultoota Xixiqaa Dandeessisuu fi Babalisuu
5. Qabinsaa oomishaan boodaa (KMQXDB/SHEP) irratti hundaa’u dhani.
6. Xinxalaa Baasii fi Galii • Mata-duree gurgudaan turban (7): Qophii qonnaan duraa; Qophii
7. Shaakallii gamaa gama leenjiin boodaa lafaa; Midhaan guddisuu (biqilchuu/dabarsanii dhaabuu); Biqiltuu
Qaama Qunnamtii: kunuunsuu; sasaabuu; qabinsa hoomishaa booda: fi Xinxalaa
Baasii fi Galii
• Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumama Oromiyaa
• Biiroo Qonnaa, Nannoo Amaaraa • Mata-dureen xixiqqoon gurgudoo turban jalatti aragaman akka
• Ministeera Qonnaa (MQ)
armaan gadii tareeffaman: Qophii qonnaan duraa (qorannoo
gabaa, lakkoftu guyyaa dhaabinsaa, namunaa biyyee & xiinxala;
Karaa Magananya irraa gara Gurdi Sholaa, Gi’ologikal Sarveeyiin duuba, YKN bu’aa xiinxala biyyee ETHIOSIS fi laboratory Biyyoo kan
Finfinnee, Itiyoophiya biyyolesaa ykn kan naannooti fayyadamuu: kompostii/dikee
L.S.P 62347, Finfinnee, Itiyoophiya Bilb: +2511164660746 qopheessuu, fi sanyii/ muraa dhaabamu qulqulluu; Qophii Lafaa
(hojiilee lafaa qopheessuu, haftee midhaanii itti makuu, fi hundee
• Waajira Projeektii Ethio-SHEP jalattii naquu); Midhaan Guddisuu (Biqiltuu guddisuu,
Fooqii 3ffaa, Gamoo A Dayireectoreeti Misoomaa fi Tamsaasa Teeeknoolojii dhaabuu/dabarsuu, xaa’oo itti naquu); Midhaan Kunuunsuu
Kudraa fi Mudraa (bishaan barbaachisu, haramaa to’achuu, gubbaarrati ufisuu, hojii
E-mail: ethioshep@[Link]
ilbisaa fi dhibee to’achuu, fi fara-ilbisootaa haala nagaa fi bu’aa
qabeesa ta’een fayyadamu); Sasaabuu (indeexii sasaabuu);
• Japan International Cooperation Agency (JICA) Ethiopia Office Qabinsa Oomishaa Boodaa (kuusaa sirrii/meeshaa qarqabii
Kirkos sub-city, Kebele 02, House No676/05, Addis Ababa, Ethiopia (MINA sadarkaa eeggate, fi tooftaalee dudhaa dabaluu); and Xinxalaa
Building, 6 – 7F), Baasii fi Galii (baasii fi galii xiinxaluu).
Mailing Address: P.O.Box5384, Addis Ababa, Ethiopia • Dhimootni mata-duree xixiqqaa 20 jalatti tarreefaman iddoo martii
Tel: (251)-11-5504755 rawwatamuu dhissu ni mala. Garuu, iddoo danadaameti
Email: et_oso_rep@[Link] qajeelfamni maxxanfame akka raawwatamuuf xiyyefanan akka
laatamuuf nigorfama.
Disclaimer/Waakkii
Cabbage Production, First version was published by SHEP (Kenya) in 2009, revised by Ethio-SHEP in 2019 (Ver.1)
All rights reserved. This publication may be reproduced without permission for non-commercial use as long as the Ministry of Agriculture (MoA), Oromia Bureau of Agriculture, Bureau of
Agriculture of Amhara region of the Federal Republic of Ethiopia and the Japan International Cooperation Agency (JICA) are acknowledged.

This publication was prepared under the Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) on behalf of Ministry of
Agriculture, Horticulture Development Technology Transfer Directorate (HDTTD) of FDRE and Japan International Cooperation Agency (JICA).
The proposed agrochemicals are in accordance with “Pest Control Product Registered for Use in Edition, 2015”. The registered agrochemicals are subject to change. Please refer to the
latest registered agrochemicals by Plant variety release, protection and seed quality control directorate.
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019
1. Seensa:
1.1 Haala Waligalaa
1-1

Raafuu Maramaa
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 1/33
1. Seensa:
1.1 Haala Waligalaa 1. Seensa:
1.1 Haala Waligalaa
• Raafuun maramaan gosa saynii
Brassicaceae (Cruciferae) kunis kan
dabalatu kan akka Raafuu abashaa,
1-1 Raafuu ababoo (Cauliflower), Broccoli
and Radish (kuduraa dhedhiin ynatamu).
• Gosa saynii ijoo sadittu jira: Magarrisa,
Dimaa and Hamrawii(Savoy).
• Itiyoopiyaa keessatti baliinaan kan
oomishaamu, beekama fi kudurraa albuuda
gaha qabu baayinaanis kan oomishaamu
gabbaa biyya keessaaf.
• Qonnaan bultoota Sadarkaa gidduu
galeesaa fi xiqqootii ni oomishamaa.
• Offkeessaa kan qabu Calcium, Iron,
Vitamin A, C & E, Minerals, Riboflavin,
Raafuu Maramaa Nicotinamine fi Ascorbic Acid
• Raafuun maramaa yoo dheedhii sogidda
malee ynaane sababa salfarii fi kaloorii of
keessaa qabuf humna garaachaa fi sarara
intestinal dhiqquu ni qaba..

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 1/33
1.2 Gosa Sanyii Beekamoo
Muraasa
1-2 1-3

“Copenhagen Market” “Gloria F1”

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 2/33
1.2 Gosa Sanyii Beekamoo Muraasa
1.2 Gosa Sanyii Beekamoo Muraasa
Itiyoopiyaa keessatti gosa saynii beekamoo oomishaman asi gadiiti
1-2 ibsamera
“Copenhagen Market”:
• Kan barbaadu qileensa qabana/ho’aa.
• Wal irraa fageyna biqiltuu: 60 sm x 40 sm
• Guyyaa itti gahu/bilchatu: guyyaa 90 - 110 eerga darbee
booda (dafee kan qaqabu)
• Mataa/ Head: Boca gingoo xiqqaa haanga giddugaleessa wal
fakata, ulfinii isaa 2-2.5kg
• Oomishtumaa: 300 - 400 Kun/he
“Gloria F1”
“Copenhagen Market” • Biffa kan akka magarrisa bulbulamaa fi baali inni alaa jabaa dha.
Dhibee tortoorsa guraachaa (Black Rot) ni [Link]
1-3 isaa hin babanamu, sassaabbii booda siritii ta’a.
• Dhibee tortoorsa gurachaa ni dandamata akasumaas dhibee o
Fusarium yellows ni ittisa.
• Gargar fageeyna biqiltuu 60 smx 40 sm
• Yerroo ittii gahu: Giddugaleesaan gosa saynii dafee
sassaabamuu dabarsaa booda guyyaa 90 kan gahu dha.
• Giddugaleesaan ullffaatini mataa 2.1 kg
• Bifa Kan akka magarrisa dhangala’a fi baala jabbaa qaba.
• Sassaabbii booda babanamuf hin demuu akkasumas siritii ta’a.
• Oomishtumaa 750 kun/he
“Gloria F1”
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 2/33
1.2 Gosa Sanyii Beekkamoo
Muraasa Itti fufe’
1-4

“Landini F1” 3/33


The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019
1.2 Gosa Sanyii Beekkamoo Muraasa Itti fufe’

1.2 Gosa Sanyii Beekkamoo Muraasa Itti fufe’


“Landini F1”
1-4 • Qilleensi barbaadu qabanaa’a/ho’aa.
• Dhibee ofiirraa ni ittisa akkasumaas bakka
ho’aatu guddachuu ni danda’a.
• Mataa guddaa folii bayyee barreedaa waliin.
• Gargar fageeyna biqqiltuf : 60 sm x 40
sm
• Yerroo itti gahu: erga dabarsine booda
guyyaa 60-70 (dafee kan gahu)
• Mataan: Mataa jabbaa,bocca gingoo ulffini
issaa 4kg xiqqaa haanga giddugaleesaa.
• Kaan irraa yeroo bayyee ni tura.
• Oomishtumaa: 700 kun/he
Gosa saynii kan biroo oomishamaa jiran:-
• Bandung • Rotanda F1
• K-500 • Tomas F1
“Landini F1” • Oxylus F1 • Green boy F1
• Victoria F1

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 3/33
1.3 Guddinaaf
Naannoo/Qilleessa Mijataa
Olka’insa Lafaa Olka’insa gallaana irraa m2,000 olii

Hanga roobaa 380-550mm


Ho’insii 10 – 25 0C
qilleenssaa
Gosa Biyyee • Cirachaa fi bosbosa olaanaa biyyee
of keessaa qabu ykn haga
tokko/xiqqoo biyyee suphee fi
bishaan kan of keessatti hin qabanne
ni mijataaf.
• Dhangagguummaan biyyee 6.5 – 6.8
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 4/33
1.3 Guddinaaf Naannoo/Qilleessa Mijataa
Olka’insa Lafaa Olka’insa gallaana irraa m2,000 olii
Hanga roobaa 380-550mm
Ho’insii qilleenssaa 10 – 25 0C
Gosa Biyyee • Cirachaa fi bosbosa olaanaa biyyee of
keessaa qabu ykn haga tokko/xiqqoo
biyyee suphee fi bishaan kan of keessatti
hin qabanne ni mijataaf.
• Dhangagguummaan biyyee 6.5 – 6.8
1.3 Naannoo Mijaataa
• Olka’insa lafaa: Oomishaa fi guddina raafuu maramaaf qilleensii mijataan badda dare dha, olka’insi
lafaa m2,000 olii . Bakka olka’insi lafaa gadii bu’aa ta’etii yeroo/waqtii qabanaa’a ta’etii oomishamuu
qaba.
• Hanga robaa: Raaffu maramaaf yeroo guddinaa isaatti bishaan guddaa/robaa wal fakkataa yoo
xiqqaate mm 380-550 gidduttii ni barbbaada.
• Ho’insi qilleenssaa: Raafuun maramaa ho’a qabanaatti siritii guddachu danda’aa, oomishaaf
ho’insii giddugaleessaa 10 - 25 0C. Ho’inssii qileensaa 0C 25 oll yoo ta’e mataa hin godhatu
giddugaleesaan qoraa fi ho’insa gadi’anaa haanga ℃ 3 midhaa malee ni oomishama.
Ho’ii baayyee xiqqaa yerroo guddinaa isa mukaa dheeraa fi ababoo (muka ababoo fi saynii)
akka baasu ni godha.
• Gosa biyyee: Raaffuu maramaan biyyee gabataa fi bishaan of keessatti kan hin qabanne fi biyyee
bishaan guddaa qabatu ni mijataaf. Dhangagguummaan biyee 6.5 hanga 6.8.
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 4/33
2. Qophii Qonnaa Duraa :
2.1 Qoranno Gabaa

Yeroo qorannoon gabaa Raafuu Maramaa geggeeffamu


The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 5/33
2. Qophii Qonnaa Duraa :
2.1 Qoranno Gabaa
2. Qophii Qonnaa Duraa :
2.1 Qoranno Gabaa (GHCP&PHHT20: G1)
Akkaataa Qoranno gabaa itti gaggeesinu
2-1 • Midhanoota ijoo ta’aaniif daldaloota
gurguddoo adda baasuu.
• Kayoo qoranno gabaa fi off beeksisuu.
• Gabaa guddaa naannoo jiru adda baasuu
(gabaa naannoo jiru, gabaa guddaa maggala
keessa jiru, hosphitala, Univaarsitii fi mana
barumsa).
• Yeroo soomaa ykn yeroo ayyaana amantaa fi
yeroo yeroon gaggeessuun barbaachiisaa dha.
• Yeroo soomaa namooni kuduralee bayyee
ynaatu.
• Daldalootaa waliin walitii dhiheeyna gabaa
umuu fi carraa gabaa haraa argachuuf yeroo
Yeroo qorannoon gabaa hunda gabaa qorachuun barbaachisaa dha.
Raafuu Maramaa geggeeffamu Yaadannoo: Guyyaa gabaa,demtuu (gabaa
nannoo kessatii argamuu) qoranoo gabaa
gaggeessuun ni gorfama.

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 5/33
2. Qophii Qonnaa Duraa :
2.2 Gaafiwwaan Qorannoo Gabaa
Boca Qorannoon Gabaa Ittii Gaggeefamu
Guyyaa :__ _/_____/____ _
Naannoo:__________ ________ Godina:__________________
Aanaa:________________ __ Maqa garee:___________ ___
Maqaa Maqaa fi Qulqullina Yeroo Hanga Baka Gatii Haala Yeroo Yeroo bittaa Fedhiin
Daldalaa Gosa oomisha (Waqtii) barbaadamu ittii Kiiloon kafaltii kafaltii fi gurgurtaa Daldalaa
fi oomisha fi ulagaa oomishni (Kgn) oomis tokkoo ittiin rakoollee Garee kana
lakkoofsa gabaa. baayyee Yoom akka haamu itti kafalamu qunaman irraa
bilbilaa gabaattii barbaadamu bitamu oomishaa
barbaada (guyyaa qarshii/kg) bituuf jiru
mu guyyaan ykn
Torbaniin)

Obboo. Raafuu Giddu Amajjii 90 Golja 300 qarshii Harkaa Batalati Qulqullina Suqiittii Bituuf
Abdela habesha galessa hanga kun/torbanitti /kun harka gadii aanaa feedhi qaba
Qasim (Copenha Bitooteess (1kun = 100 (dhiibee
(0917- gen a kg)
xxxxxx)
Market)
Obboo. Raafuu Guddaa Muddee 5kun /guyyatti Debre 450 qarshii Liqii Torban Qulqullina Masaa irraa
Kernal habesha hanga (1kun = eyesus /kun tokkoo gadii aanaa bituuf feedhii
Husen (Euro) Waxabajjii 100kg) keessaati (xixiqaa fi kan qaba
(0911- hin qore
xxxxxx)

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 6/33
2. Qophii Qonnaa Duraa :
2.2 Gaafiwwaan Qorannoo Gabaa
2. Qophii Qonnaa Duraa : :
2.2 Gaafiwwaan Qorannoo Gabaa

Saamuda gaafannoo qopheessuun Q/bulaa


irraa odeeffannoo armaan gadii walitti
qabu.
• Fedhiin Raafuu maraa ji’a kam keessa ol
ka’aa ta’a?

• Gatii Raafuu maraa yeroo fedhiin olka’aa


• Sanyii Raafuu maraa kan fedhii olaanaa qabu
• Dhiheessii barbaachisu (hanqaa fi irra
deddeebiin)
• Qulqullina gabaa barbaadu
Gaafiwwaan Qorannoo Gabaa
• Daldaloota/ Namoota bituu danda’u fi
haala/tooftaa kafaltii fi kkf.

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 6/33
2.2 Sagantaa Dhaabbii/facaasaa
Saamuda sagantaa facaasaa Raafuu maramaa jallisii keessatti

Wax Ado Hag Ful Onk Sad Mud Amj

Qophii lafaa Erga sayniin To’annoo Sassaabbiin Urea marsaa


biqilee guyyaa
Arama, Erga darbee 2ffaa gr 50/
30 booda
Madaba Dabarsu (yoo Ilbiisaa fi Booda guyyaahe naquu
bufata biqiltuu xiqatee sadarkaa dhibee 75 – 120 .
iraatii saynii Baala dhugaa Mataa ossoo qulquleesuu fi
3-4 )
g 400/he Urea marsaa hin godhatiin Gudina isaa
Wal iraa fageyna
Yerroo/Waqtii
facassuu 1ffaa duraa daarraa Irattii hunda’u
60 cm x 40 cm
ceesifamee naquun filata dhaan
oomishni
Dhibee Xa’aa (NPS) guyyaa maa dhaa. sadarkeessuu Raafuu maramaan
242 kg/he
damping-off (6 g/boolaaf =
21 Kg 50 Oomisha: bal’inaan
Fi ramoo Qadada tarmusii) Jalatti To’annoo 300-750 kun/
Qarcamee/ naquu Arammaa, he barbaadamu
Itti fayadama
Cutworms dikee
Ilbiisa a fi Gabaa:
To’achuu 12 tons/he dhibeel Ossoo hin
(harkaa 2 – 3 / sassabiin dura
boolaaf daldalaa humna
qabu barbaduu.

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 7/33
2.2 Sagantaa facaasaa/cropping calender/
2.2 Sagantaa facaasaa/croppingcaleder
(GHCP&PHHT20: Q2)
• Meeshaa qotee bulaan yeroon gabaa fi
yeroon gatiin guddan itti argamu walirraa
akk ooluu mirkaneessuun karoora
qonaa/oomishaa karoorfatuuf ittii
fayyadamu.
Akkaataa raawwii:
1. Bu’aa qorannoo gabaa(2.1) irrati
hundaa’un yeroo fedhiin moosee guddaan
itti argamu murteesi.
2. Ji’a fedhiin guddaan itti argamuu irraa
gara duubaatii hojjechuun hojiilee qonna
yeroo fedhiin ol’aanaan jiru dursanii ji’a
ji’aan hojjetamuu qaban qopheesi.
3. Hojiilee ji’a ji’aa kan yeroo fedhii guddaa
duursaniti fayyadamuun karoora bitta
calla guddistuu fi qajeelfama hojilee
maasa kan guyyaa guyyaa karoorsi.
Yaadannoo:
• Yeroo fedhiin gabaa ol’aanaati qaqabuuf,
jallisii dabalata fayyadamuun barbachisu
mala.

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 7/33
2.3 Samuda fi Xiinxala Biyyee
2-2

Haala maasaa irratti hundaa’un, tooftaa sirrii ta’etti


fayyadamii samuda fuudhii
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 8/33
2.3 Samuda fi Xiinxala Biyyee

2-2 2.3 Samuda fi Xiinxala Biyyee


(GHCP&PHHT20: Q3)
• Nutireentii fi wantoota oomisha
midhaaniif barbaachisan
jiraachuu isaani mirkaneefachuuf,
wagoota 2-3 booda biyyoon
akka xiinxalamu ni gorfama.
• Bu’aan xiinxala biyyoo fedhii
xaa’oo fi dikee murteessuuf itti
fayyadmuu ni danda’ama.

Haala maasaa irratti hundaa’un,


tooftaa sirrii ta’etti fayyadamii
samuda fuudhii

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 8/33
2.4 Wal ynachiisuu

2-3 2-4

Mala tuludhaan kompostii qopheesuu

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 9/33
2.4 Wal ynachiisuu

2-3
2.4 Wal ynachiisuu (GHCP&PHHT20:Q4)

• Yeroo kompostii qopheesinu, dhiqa’iimsa


albudootaa dhorkuuf meshaaleen umamaa
uwifamuu qabu.

• Kuduraalee balaa dikee (xa’oo umamaa) guddaa


barbaadan keessaa raafuun isa tokko.

• Ragaa xinxala biyyee irrattii hunda’u dhaan,


2-4 kompoostii gahaa kan itti naqnu qopheesuu;.

• Haanga kompostii fayadamnu/naqnuu raafuu


maramaaf kan gorfamu kuntala 80-120/he.

Mala tuludhaan kompostii


qopheesuu
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 9/33
2.5 Sanyii Qulqulluu/ meeshaa
dhaabbiif
2-5 2-6

Saamuda sanyii beekamtii gabaarratii qabu


The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 10/33
2.5 Sanyii Qulqulluu/ meeshaa dhaabbiif
2-5
2.5 Sanyii Qulqulluu/ meeshaa dhaabbiif
(GHCP&PHHT20: Q5)
• Sayniin bitamu gurgurtoota eyyama
qaban, qorannoo qonnaa ykn
oomishtoota saynii mirkanaa’e iraa ta’u
isaa mirkaneesu.
• Saynii yerroo/waqitii sanaaf qofa ta’u bitu
2-6 • Daldalaa iraa nagahee fudhachu fi saynii
waliin haanga yeroon/ waqitiin dhumutti
kaa’uu.
• Guyyaa humna biqilttun dhabatu, Humna
biqilu isaa fi qulqulinaa isaa
illaallu/mirkanesuun dirqama.

Saamuda sanyii
beekamtii gabaarratii
qabu
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 10/33
3. Mala Aadaa:
3.1 Qophii Lafaa
3-1

Raafuu maramaa dabarsuuf madaba


qophaa’e
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 11/33
3. Mala Aadaa:
3.1 Qophii Lafaa

3. Mala Aadaa:
3-1 3.1 Qophii Lafaa Mala Qophii Lafaa:
(GHCP&PHHT20: Q6)

• Biyyeen wal qabate sirittii akka


bulaa’u dedebi’e qotamu qaba.
• Haanga bulaa’uti qotuu
• Walqabinsa biyyee hanbisu fi guddini
hiddii raafuu maramaa akka
babalatuu,yerroo ji’insii jiru akka hin
qotamne ittisu.
• Dabarsuuf yoo xiqaate ji’a 1 dura
Raafuu maramaa dabarsuuf yoo qotame gorfamaa.
madaba qophaa’e

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 11/33
3.2 Haftee Midhaanii itti Makuu

3-2

Haftee Midhaanii masaatii Makkuu qaba


The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 12/33
3.2 Haftee Midhaanii itti Makuu

3.2 Haftee Midhaanii itti Makuu


(GHCP&PHHT20: Q7)

• Haftee midhaanii maasiitti makuun


qabiyyeen umamaa biyyee keesaa
jijirama guddaan ni dabalaa.
3-2
• Raafuun maramaa osoo hin
dabarsiin ji’a 1-2 keessattii
gadifageyna sm 30 tii haftee midhanin
wal makkamu qaba.

• Yoo hafteen midhaani gosa


Brassicacea ta’e (kan akka broccoli,
Raafuu maramaa, Raafuu abbaboo
(cauliflower), radish, Raafuu
Haftee Midhaanii masaatii abashaa kkf.), akka dhibeen hin
Makkuu qaba dadarbine haftee midhaani sassaabu
dhaan gubu.

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 12/33
3.3 Dursa/Jalaa Naquu
3-3

Dikee

Dikee dursa naquu dhaan wal makku


The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 13/33
3.3 Dursa/Jalaa Naquu

3-3 3.3 Dursa/Jalaa Naquu


(GHCP&PHHT20: Q8)
• Komposti/dikee Kuntaala 80-120/he
maasiirati bitinsuu dhaan meshaalee
qonnaa fayadamun biyyee waliin
Dikee makkun ni filatamaa.
• Osoo raafuun marramaaa massitti hin
darbiin torbaan 1-2 dura
kompostiin/dikeen naqame qotamu
qaba

Dikee dursa naquu dhaan


wal makku

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 13/33
3.4 Biqiltuu Gudissu/Danfissu
3-4

1m

5 – 10m
15 cm

Bufata Raafuu maramaa:erga biqile torban 2 booda


wal irraa fageyni sarara giddu jiru sm 15 14/33
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019
3.4 Biqiltuu Gudissu/Danfissu
3.4 Biqiltuu Gudissu/Danfissu (GHCP&PHHT20: Q9)
• Gosa saynii dhibee fi ilbisaa dandamatu, saynii qoratame fi
oomishtumaan isaa guddaa ta’e fayadamu
• Haanga saynii: 400 g/he
Bakka Bufata Biqiltuu Filachuu:
• Bakki kun yoo xiqaate waggoota darbanif gosa saynii
Brassicacea kan itti hin oomishamnee ta’u qaba.
Bufata Biqiltuu Dhaabuu:
• Madabni biqiltuu kan qophaa’u balina metira 1 fi dheerina
mijataa ta’eetin.
• Madaba qopha’e irratii wal irraa fageyna sararaa sm 15
qopheessu.
• Sarara bahe keessaa saynii sm 5 wal irraa fagesuu dhaan
facaasuu dhaan haphisani biyyee itti uwisun harkaan gadii
dhibu.
• Marga gogogaa madaba faca’ee iraatti gochuu dhaan
Bufata Raafuu maramaa:erga biqile goginsa biyyee haanbisuu.
torban 2 booda wal irraa fageyni Kunuunsa Bufata Biqiltuu:
sarara giddu jiru sm 15 • Dhabataan biqiltu bishaan oobaasu.
• Dhibee Damping-off fiif haali mijata akka hin umamne
bishaan bayyee akka hin oobaasne dhorku.
• Biqiltuu jajabesuuf, osoo hin dabarsiin torbaan 1-2 dura
gaadisa hirusu dhaan, dedebi obaasa bishaani hirisu dhaan
biqiltuu jajabeesuu.
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 14/33
3.5 Dabarsuu
3-5

40cm
60 cm

Raafuu maramaa torban 2 erga darbe


The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 15/33
3.5 Dabarsuu
3.5 Dabarsuu
3.5.1 Yerroo Sirii ta’etii
• Saynii erga biqilee guyyaa 30 booda darbu ykn
baala dhuuga 3-4 (dheerina sm 10-15) ta’u qaba.
• Biqiltuu dabarsu kan qabnu subii ganama ykn gara
galgala hojatamu qaba.
3-5 3.5.2 Wal irraa fageyna gorfamu (GHCP&PHHT20: Q10)
• Wal irraa fageyna gorfamu 60 sm sarara dhaabbi
giddu fi 40 sm biqiltuu giddu kunis kan hundaa’u
gosa saynii irrati.
• Bayiina biqiltuu: Biqiltuu 41,667/he
• Bufata biqiltuu irraa xinnoo gadii fagesuu dhaan
dabarsu/dhaabu.
3.5.3 Hanga Xaa’oo fi Itti fayadama isaa
(GHCP&PHHT2: Q11)
40cm • Kompostii ykn dikee (kuntala 80-120/he) maasitti
60 cm bitineesuu dhaan biyyee waaliin makkun ni filatamaa.
NPS killoo giramaa 242/he (24g/m2).
[Hub]
• DAP/NPS yerroo dabarsinu itti naquu qabna.
Raafuu maramaa torban 2 • Xa’oon DAP/ NPS akka biqiltuu hin gubne biyyee
waliin siritii wal makamu qaba.
erga darbe • Akka qarchameen/cutworm maasitti hin umamne
ittisuf dikee siritti wal ynaate bilchaate qofa
fayadamu.

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 15/33
3.6 Hanga Bishaan Barbaachisu

3-6 3-7

Raafuun maramaa bo’ootiin obaasu


The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 16/33
3.6 Hanga Bishaan Barbaachisu
3.6 Hanga BishaanBarbaachisu
3-6 (GHCP&PHHT20: Q12)
• Raafu maramaan yerroo guddina isa roba
haanga mm 380-550 ni barbaada.
• Gara sm 3.5 torbaniti ni barbaada.
• Bishaan walirraa hin cinee kenuun akka
mataa wal fakkaatu baasu, mataan akka hin
banamne fi haanga mata isaa ni dabalaa.
• Yerroo bilchaatu bishaan hirisamu qaba.
• Bishaan bayyee obaasuun bishaan itti
bayate akka Magnesium fi Phosphorus
3-7 haanqatu godha.
Mala Jaliisii:
• Jaliisiin matairaa (firfirsitu/sprinkler), jaliisii
cimisuu (drip) ykn bo’oon obaasu ni
danda’ama.
• mataa erga godhate booda yoo bishaan itti
bayate akka mataan banamu ykn baqaqu
godha.
• Yoo bishaan wal hin fakane obaasnes
mataan banamu danda’a.
Raafuun maramaa bo’ootiin obaasu
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 16/33
3.7 To’aannoo Aramaa
3-8

Meshaalee qonnaa fayadamu dhaan maasaa


raafu marama aramaa irra bilisa gochuu
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 17/33
3.7 To’aannoo Aramaa

3.7 To’aannoo Aramaa (GHCP&PHHT20:Q13)

• Raafuun maramaa hiddaa gabaaba


3-8 waan qabuf, yerroo aramaa aramnuu
akka hidda hin midhne xiyyefano
gochuu qabna.
• Kunis kan hojatamu meshaa qonnaa
sirri ta’etii yoo fayadamne kan akka
zabia ykn meshaalee nannooti
argamaniin gargar fageyna guyyaa
arramaa aramnu kan hundaa’u akkuma
baayina arramaati.
• Walsaminsa albudota, aduu fi ji’insa
ittisuuf masiin yerroo hunda arrama
Meshaalee qonnaa fayadamu irra bilisa ta’u qaba
dhaan maasaa raafu marama
aramaa irra bilisa gochuu

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 17/33
3.8 Xaa’oo Biqilaa Jalatti Naquu
/Top-dressing/
3-9

Mala tokko tokkoon UREA Raafuu maramaa jalatti naquu


The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 18/33
3.8 Xaa’oo Biqilaa Jalatti Naquu/Top-dressing/
3.8 Xaa’oo biqilaa jalatti naquu (GHCP&PHHT20:
Q14)
• (NPS 242kg ykn DAP 200 kg)/he dursa naquu fi
3-9 and Urea (jalatti naquu) 100kg/he naqamu qaba.
• Qisaasama albudootaa kaara dhiqaminsa fi
sogidumaa biyyee itisuuf Xaa’oo UREA bakka l2
tii qodu dhaan naqamu qaba.
• Qodaan 1ffaa erga darbe booda torbaan 2-3 tii
50 kg/he naqamu qaba.
• Qodaan 2ffaa erga darbe booda ykn mataa tokko
erga godhate booda 50kg/he naqamu qaba.
• Mala bakka tokko tokkoon fayadamuun bayee
bu’a qabesaa fi baasi qusata.
• Osoo mataa hin godhatiin, yerroo biqiltuun
potasiumii guddaa qabatu daaraa naquu.
Mala tokko tokkoon UREA
• Turanii jalatti naquun, yeroo raafuun erga mataa
Raafuu maramaa jalatti godhate booda, mataa banu ykn baala bayyee
naquu guddachuu, bu’aan isaas qulqulina gaddi aanaa
ykn mataa hin jabaanee godha.

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 18/33
3.9 Dhibee fi ilbiisaa To’achuu
3.9.1. Tooftaa To’annoo/kunuunsa
1. Mala Aadaa tiin To’aachuu
2. Mala Harkaa/makaanikaalaa To’aachuu
3. Mala Lubbuu qabiyyee /Biological
To’aachuu
4. Mala Kemikaalaa tiin To’aachuu
5. Mala Qinda’aa tiin To’aachuu (IPM)

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 19/33
3.9 Dhibee fi ilbiisa To’aachuu
3.9.1 Tooftaa To’aannoo/Kununsaa
1. Mala Aadaa tiin To’aachuu
2. Mala Harkaa/makaanikaalaa To’aachuu
3. Mala Lubbuu qabiyyee /Biological To’aachuu
4. Mala Kemikaalaa tiin To’aachuu
5. Mala Qinda’aa tiin To’aachuu (IPM)
3.9 Dhibee fi ilbiisa To’aachuu
3.9.1 Tooftaa To’aannoo/Kununsaa(GHCP&PHHT20:Q15)
• Dhibee fi ilbiisnii mala to’aannoo tokkootiin ykn mala qinda’aa lama ykn isaa oliitiin to;aachuu ni danda’aama. Mala to’aannoon
tokkoo jechuun mala aadaa, qaamaa. Lubbuu qabeeyii fi kemikalaa tii.
1. Mala aadaa tiin To’aachuu:. Kunis kan ta’u qillensa nannoo kan midhaan keessa biqillu/gudatuu to’achuun ilbisaa fi dhibee
sadarkaa midhaa hin gesisnetii tursisuu. Mali aadaa ;- maasaa qulqulesuu, wal kessa facaasuu, jijiranii faccasuu, fi aduudhaan
gubuu fi kkf dha.
2. Mala harkaan To’aachuu: kuniis kiyyoo fayadamu, harkaan guru, mana qulquleesuu fi aramuu fi kkf.
3. Mala lubbuu qabeyii dhaan to’aachuu: Kuniis lubbuu qabeyii (predators and parasitoids), gosa sanyii dhibee ittiisu/dandamaatu,
biqiltoota akka kiiyyoot fayadaamuu, mala harkisuu fi dhibuu fayadamuu fi biqiltuu ittiisu fayadamu.
4. Mala kemikaalaa tiin to’aachuu (GHCP&PHHT20:Q16): Kuniis farraa dhibee fi ilbiisaa fayadamuu. Farrii dhibee fi ilbiisaa kan
filatamu dafee waan to’aatuuf; humnaa guddaa [Link] dhibee fi ilbiisaa fayadamuun haalii naannoo manchaa’uf sababa waan
ta’uuf akka filannoo dhuumaatii fayadamuu qabna.
5. Mala qinddaa tiin to’aachuu (IPM): Sababa malii tokkoon to’aachuun bu’aa qabeesa hin taneef, mala qinda’aa fayadamuun ni
gorfama. Qisasama oomishaa dhibee fi ilbisaan dhufu hirisuuf mala qinda’aa aadaa, harkaa, lubbuu qabiyyee fi akka filannnoo
dhumaatii kemikalaa fayadamuu.

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 19/33
3.9.2 Jijiranii Qotuu
Leguminosae Alliaceae
•Garden Peas •Qullubii dimaa
•Snow Peas •Shallot
•Baaqelaa •Leek
•Boloqee • Qullubii adii
•Soya bean

Brassicaceae Solanaceae, Umbelliferae,


•Raafuu maramaa & Amaranthaceae
• Raafuu
•Timaatimaa / Barbare
•Broccoli
•Moosee
•Cauliflower
•Eggplant
•Mustard
•Hidda diimaa
•Rape
•Kaarotii
•Gomanaa

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 20/33
3.9.2 Jijiranii Qotuu
3.9.2 Jijiranii Qotuu

• Jijirani facaasuun mala qinda’aa (IPM) tiit


bayyee barbachisaa dha.
• Jijiranii facaasuun dhibee fi ilbiisa akka hin
umamne ni ittisa, dabalataanis sadarkaa
albuda biyyee ni dabalaa.
• Midhaanoota gosa saynii biroo waliin jijirani
qotuun ni [Link] jijirani qotuun
bu’aa qabesa kan ta’u waggaa 3-4 yoo ta’e.
• Raafuun maramaa nitroginii guddaa
barbada, gosa saynii baqilaa fi ateraa waliin
jijiranii qotuun nitroginii sireesa akasumaas
midhaan dheedhii kan akka boqolloo
haaftee midhaani gudda waan qabuuf.

Samuda Jijiranii Qotuu • Gosa saynii wal fakkatu oomishu dhisu kan
akka Raafuu ababoo (broccoli), Rafuu
Chaina fi Rafuu abesha, dhibee fi ilbisa
dabarsuuf ka’umsa ta’u waan danda’aaniif.

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 20/33
3.9.3 Dhibee fi Ilbiisa Ijoo
A A

B C

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 21/33
3.9.3 Dhibee fi Ilbiisa Ijoo

3.9.3 Dhibee fi Ilbiisa Ijoo


• Midhamni dhibee fi ilbiisni qulqulina
fi baayina oomishaa hirisa.
• Asii gadii kan jiraan dhibeewaanif
ilbiisoota ijoo raafuu maramaa
Itiyoophiyaa keessaati:-
A. Diamond Back Moth (DBM)
B. Aphids/kishikish
C. Cutworms/Qarcamee

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 21/33
3.9.3.A: Ramoo /Diamond
Back Moth (DBM)
3-10

Information Source: [Link]

Uralle baalara ramoo DBM tiin umame


The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 22/33
3.9.3.A: Ramoo /Diamond Back Moth (DBM)
3.9.3.A: Ramoo /Diamond Back Moth (DBM)
IIbsa Waliigalaa :
• Ramoon dhalaa xiqqoo bifa dalachaa duba
3-10 isaarati sarara diyamandi yeroo laboobaan
cufamu.
• Puphaan kan argamu baala gara oliti (dhalaan
tokko puphaa 400 busti)
Midhaa isaa :-
• Ramoon magarisaa baala jalaan ynaachuu
dhaan qawoota heddu uma.
• Baala jalatii ramoon kan akka jirbi fakkaatu
hambisa.
• Ji’a ho’aatii yeroo bayee bayinaan umama.
• Yoo dafee maasaatii mulate akka mataa
hingodhaane godha.
To’aannoo isaa:
Uralle baalara ramoo DBM • Kemikala kan akka Rimon 10% (nova liron) ,
Coragen 200 SC® (a.i. Chlorantraniprole
tiin umame 200g/L)
• Muka nimitiin kan hojatame.
• Farra ilbisootaa fi lubbu qabiyyee fayadamuu
kan akka Bacillus thuringiensis (Bt)

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 22/33
3.9.3.A: Ramoo /Diamond
Back Moth (DBM) itti fufa
3-11 3-11
3-12

Information Source: [Link] Information Source:[Link]

Sanaafica akka biqiltuu Ramoom DBM enna


kiyyooti fayadamu pupha bustu

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 23/33
3.9.3.A: Ramoo /Diamond Back Moth (DBM) itti fufa

3.9.3.A: Ramoo /Diamond Back Moth (DBM)


3-11 itti fufa
To’aannoo isaa’:
• Midhaanootaa gosa bira walkeessaa
dhabu, isaanis akka hin umamne godhu
( kan akka Timatima ykn midhaan kiyyoo
fkf sanafica baleessaa DBM raafu
maramaara ni hirisa.
Sanaafica akka biqiltuu • Yerroo Timatima akka midhaan ittisaati
kiyyooti fayadamu fayadamnu,Timaatimni dhabbatee guyyaa
30 booda Raafuun marama dhabbaachu
3-12 qaba.
• Oomishaa muka nimi fayadamu kan akka
zayita nimii. Kkf.
• Lubbuqabesaan fayadamu, isaanis DBM
kan baleesan, kan akka Diadegma
semiclausum. Diadegma semiclausum
yerroo bayyee nannoo maasaati kan
argamu.
Ramoom DBM enna pupha bustu
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 23/33
3.9.3.B: Kishikish/Aphids
3-13

Raafuu maramaa baala jalaan


kishikishiin midhaame 24/33
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019
3.9.3.B: Kishikish/Aphids
3.9.3.C: Kishikish/Aphids
Gosoni barbachisoo:
• Mealy Kishkishii Raafuu maramaa
• False (sobaa) Kishkishii Raafu maramaa
• Green Peach Kishkishii mudura.
• Ibsa Waliigalaa Mealy Kishkishii Raafuu maramaa :
• Kishkishiin bifa magarisa dalachaa fi yeroo bayyee daraa
3-13 dalachaan kan uwifame.
• Biqiltuun kan xuxamu giddu fi gara muka balaa tti.
Midhaa isaa:
• Midhaan Kishkish bu’aan isaa baala off keessaati maruu fi
babaleesuu dhaan akka mata hin godhaanne godha.
To’annoo:
• Masaa keessaa haftee midhaani fi gosa biqiltu wal
fakaatu sasabu dhaan balesanii qulqulina maasaa eegu.
• Farraa Ilbisaa fayadamu, isaanis
• Bishaan humna qabuun dhiquu
• Mala lubbuu qabiyyee tiin fayadamu (Parasitic Wasps)
• Oomisha muka nimi fayadamu (Biopesticide
products), kan akka
– NIMBECIDINE®
Raafuu maramaa baala jalaan – Neemark EC® (a.i. Azadirachtin)
• Farra Ilbiisaa fayadamu, kan akka
kishikishiin midhaame – Emerald Gold® (a.i. Imidacloprid)
– Karate Zeon® (a.i. lambdacyhalothrin)
– Sulfoxaflor
– Appolo
– Phonix 5% EC
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 24/33
3.9.3.C: Qarcamee/Cutworms
3-14

Information Source: [Link]

Ramoo qarcamee
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 25/33
3.9.3.C: Qarcamee/Cutworms
3.9.3.C: Qarcamee/Cutworms
Ibsa Waliigalaa :
• Ramoo bifa dalacha gurachaa kan qabu
yoo ta’u enaa biyyee keessaa bahu of
mara.
• Nannoo biqiltuu murameti biyyee keesaa
dhokata.
3-14
To’annoo:
• Ramoon nannoo biqiltuu nyatameet waan
argamuuf harkaan guru dhaan baleesuu,
kesatuu ennaa jalqaba midhuu jalqabu.
• Yeroo dhaan aramuun bakka kileen ta’ee
jeqina
• Haaftee midhaani baleesuu
• Yeroo gogoga qotuu dhaan ilbisoota
aduuf saxilu akka lubbu qabiyyeen masaa
iraa guraani fi aduun gogogani gochuu.
Ramoo qarcamee • Jijiranii akka facasan eeguu.
• Farra ilbisaa sirri ta’e fayadamu kan akka
dimethoate, malathion, ykn trichlorophon

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 25/33
3.9.4 Dhibeewan Ijoo
a b

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 26/33
3.9.4 Dhibeewan Ijoo

3.9.4 Dhibeewaan Ijoo


• Tamsa’iinsii dhibee fi ilbiisaa
qulquliinaa fi baayiina oomishaa ni
hirisa
• Asii gadii kan jiraan dhibeewaan ijoo
rafuu maramaa Itiyoophiyaa
keessaati.
a. Damping-off
b. Tortoorsa gurachaa/Bacterial
Black Rot
c. Tortoorsa laafaa / Bacterial Soft
Rot

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 26/33
3.9.4.a: Damping-off
3-15

Information Source: [Link]

Malattoo dhibee “Damping-off”


The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 27/33
3.9.4.a: Damping-off
3.9.4.a: Damping-off
Ibsa Waaligalaa :
• Dhibeen kun kan dadarbu fangasii dhaan.
• Sadarkaa bufata biqiltuut rakkoo beekamoo dha.
• Yerroo bayyee kan umamu kan filatan
yerroo/waqitii roobaati.
3-15 • Bishaan baayyeen biqiltuu dhibeef akka saxilamu
godha.
malattoo:
• Biqiltuun jalatti tortooru dhaan mukti lafaatti kufa.
To’annoo:
• Haala mijataa kan umu walitii siqsanii facaasuu
ittisu/dhisu.
• Bishaan niif xa’oo baayyee fayadamu dhisu,
kesattuu nitreti.
• Maasaa seena dhibee kanaa qabu dhisu.
• Midhaan jijirani qotuu aadaa gochu.
Malattoo dhibee “Damping-off” • Saynii bekamoo,dhibee irraa bilisa ta’e fayadamu
• Eenaa argame madaba biqiltuu aduuti
garagalchu.
• Farra dhibee fayadamu, kan akka
– AMIDIL 68WG (a.i. Metalaxyl-M+Mancozeb)

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 27/33
3.9.4.b: Tortoorsa Gurachaa/
Black Rot
3-16

Fixee baala raafu maramaati boca v


tiin tortoorsa gurachaa
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 28/33
3.9.4.b: Tortoorsa Gurachaa / Black Rot
3.9.4.b: Tortoorsa Gurachaa / Black Rot
Ibsa Waliigalaa :
• Dhibeen bakteriyaan kun sayniin kan dhufu yoo ta’u, biyyeen
babalata.
• Dhibeen kun kan mada’u fi kan babalatu hala ji’insaa fi
ho’aa guddaa tiin (0C 26-30).
3-16 • Bakteriyaan kun kan galu kara madaa fi kara banaa ta’e
hundaatin fknf kara qawawaan qama biqiltu.
• Biqiltuun waliti siqanii dhabataan halaa mijataa babalina
bakteriyaa nannoo biqiltuuf uma.
• Black rot infection and spread is favored by wet conditions
and high temperatures (26 – 30 0C)
• Crowded plants provide conditions that are ideal for bacterial
spread to nearby plants
Malattoo:
• Yeroo/sadarka jalqaba kelloo gurachaa boca v tiin fixee
baala biqiltuu midha.
• Fixeen baaloota guddaa, hiddi baala gara gurachaati dhufa.
• Madaan baala keessaatti babalata, baala midhame bakka
balaa ni ajesa.
Fixee baala raafu • Jirmi midhamee murame ,nannoon isaa ni guracha’aa.
• Biqiltuun midhaame suta sutaan gara bifaa kelooti
maramaati boca v tiin gedaramaa, baali jalaa kufu fi du’u ni danda’aa.
To’annoo:-
tortoorsa gurachaa. • Saynii bekamoo fayadamu
• Maasaa qulquleesuu (haftee midhaani gubu)
• Gosa saynii dhibee dandamaatu fayadamu. Fkf Rotanda
• Midhaan jijirani qotuu yoo xiqaate waggaa 3f)
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 28/33
3.9.4.c: Tortoorsa laafaa/
Bacterial Soft Rot
3-17 3-18

Information Source: [Link]

Malattoo dhibee muka raafuu


marramaa ratti “Bacterial Soft Rot”
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 29/33
3.9.4.c: Tortoorsa laafaa/ Bacterial Soft Rot
3.9.4.c: Tortoorsa laafaa/ Bacterial Soft Rot
Ibsaa waaligalaa:
3-17 • Dhibee biyyee iraa dhufu.
• Ho’insii 32 – 33 0C) guddaan babaliina dhibeef haala
mijata uma.
• Dhibeen kuni yero robni robu dafe baala jalatti
babalata.
• Yeroo bayyee rakkoo oomisha boodaati.
Malattoo:
• Mataan gara laafutui dhufe dhangala’aan tortoorsa folii
gadhee fida.
• Yeroo muka dhibeen qabame muramu, foliin baayee
jibisisu ni dhufa.
3-18 To’annoo:
• Midhaanoota kan akka baqelaa fi atara,
midhaanoota bilaa waliin jijirani qotu.
• Farra dhibee koparii qaban baala raati bifuu.
• Yeroo jidhaa ta’e akka hin sassabamne gochuu.
• Eerga sassabne booda enuma sana qotuu dhaan
massaa keessaa [Link] hafteen keessaa
hafe dafe walynate cacaba.
• Naannoo hiddaa dara mukaa naquu.
Malattoo dhibee muka raafuu • Oomishaa seraan qabu dhaan bakka qabana, qileensa
marramaa ratti “Bacterial Soft Rot” gahaa bakka argatuuti kusu.
• Farra dhibee fayadamu ENRICH BM (a.i. Bronopol)
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 29/33
4. Sassabbii Oomishaa
4-1

Raafuu maramaa sassabbiif gahe


The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 30/33
4. Sassabbii Oomishaa

4. Sassabbii Oomishaa
4-1 4.1 AgarsistuuSassabbii Oomishaa
(GHCP&PHHT20:Q17)
• Yeroo itti gahu: ji’a 2.5 – 4 kunis kan hunda’u
gosa saynii fi bakka itti dabarsinu.
• Yero bilchaatu: yeroo mataa jabatu.
• Sadarkaa gudinaa jalqaba ykn mataan osoo
hin banamiin mataa sassabu
• Muka jalatii baala 3-4 waaliin sassabuun mata
midhaa iraa eegee akka haraa ta’e turu ni
gargaara
• Tortoorsa hanbisuuf mataan akka hin
midhamne eegu.
• Oomishtumaa: 300-750 kun/he (kan hunda’u
gosa saynii fi kununsa maasaati).
• Gostii saynii mataa jabaa qabu mana kusaati
Raafuu maramaa sassabbiif turtii gaari qaba.
gahe

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 30/33
5. Qabiinsa Oomisha Boodaa
5-1

Aadaa qabiinsa oomisha boodaa


The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 31/33
5 Qabiinsa Oomisha Boodaa

5. Qabiinsa Oomisha Boodaa


5-1 5.1 Meeshaa kuusaa fi saamsaa
GHCP&PHHT20:Q18)
• Meeshaalee qulquluu qileensa gahaa
galchuu fi konkolataa banaa hintaneen
gejibsisuu.

5.2 Teknologiwaan sona dabalu: aada


baasuu,qulquleesuu fi sadarkeesuu
(GHCP&PHHT20:Q19)
• Aadaa baasuu: kan midhaamee fi dhibeen
kan qabame baasuu.
• sadarkeesuu: raafuun maramaa kan
sadarka’u haanga/guddiina mataarati.
• Akka waaliigalaati, gabaan yeroo baayee kan
filatu mata giddugaleesa tii.
Aadaa qabiinsa oomisha
boodaa

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 31/33
6. Xiinxala Baasii fi Galii
Item Quantity Unit Price Total (ETB)
Oomishaa Gabaaf Ta’u

Baasii Jijjiramoo

Qophii lafaa

Bikee/Kompostii

Sanyii

Xaa’oo
Farra Faangasii

Farra Ilbiisotaa

Kan biroo fkn.) Farra


aramaa filatamoo
Humna
Dhaabuu

Biifuu/Haramuu/sasaabuu
/sadarkeessuu
Geejjibsuu/Paakii godhuu

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 32/33
6. Xiinxala Baasii fi Galii
7. Xiinxala Baasii fi Galii
•Qotee bultootni raga sochii intarpiraayzii
mara bifa sirrii tahe akka barrefatanii qabatan
ni jajjabeeffamu (GHCP&PHHT20: Q20)
• Kuni bu’aa intarpiraayzii murteessuuf
baayyee barbaachisa.
•Qutee bultoota qonna gabaa hojjataniif raga
qabachuun ni gorfamaa
Ragaa Barruu gosa 2tu jira:
•Ragaa Barruu dhunfaa:
– Qotee bultoota dhunfaatiin qabaman,
baasii fi oomishaa fi gurgurtaa of keessa
qaba
– Qotee bulaan intarpiraayzii keessati
bu’aa YKN kisaaraa hojjataa jiraachuu
isaa xiinxaluuf nama gargaara.
– Ragaa barruu oomishnii eessaa ka’ee
eessa akka ga’ee (traceability) beekuuf
fayyada
•Ragaa Barruu Garee:
A sample sheet of items and activities – Sochii akka bitaa calla-guddiftuu garee,
gurgurtaa oomishaa fi kkf. of keessaati
to be considered for determining hammata.
an enterprise’s gross margin

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 32/33
7. Shaakalii Madaalii Leenjiin Boodaa
. Eeyye Lakki
Gaaffii n

1. Itiyoopiyaa keessaati gostii saynii “Copenhagen Market”gosa beekamoo


keessaa isa tokko.
2. Yeroo saynii filaanu, haanga oomishtumaa fi dhibee dandamachuu isaa
yada keessa galchu qabna.
3. Qoranoon gabaa bitooni akka haala gabaa hubataan godha.
4. Sagantaa facaasaan raafuu maramaan akka meeshaa karoora oomishaati.
5. Bishaan waal fakaatu oobaasuun mataa waalfakatu godhata.
6. Yeroo mata godhatu, biqiltuun potasiyemii bayyee barbaada, kanaafuu
daraa naqun oomisha gudisa.
7. Midhaan jijirani qotuun babaliina dhibee fi ilbiisa hin ittisu,garu albudota
biyyee keessaa dabala.
8. Wareerii “Diamond Back Moth (DBM)” ji’a ji’insaati yeroo bayyee ni jabata.

9. Sadarka bufata biqiltuuti dhibeen“Damping-off” baratama dha.


10. Raafuun maramaan kan gahu yeroo mataan isa laafaa ta’e.

The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 33/33
7. Shaakalii Madaalii Leenjiin Boodaa
* Please ask the farmers to appropriately indicate answers to each of the following questions.

PAGE Eeyy
NUMBER Gaaffii en
Lakki

2/33 1. Itiyoopiyaa keessaati gostii saynii “Copenhagen Market”gosa beekamoo


keessaa isa tokko.

2/33 2. Yeroo saynii filaanu, haanga oomishtumaa fi dhibee dandamachuu isaa
yada keessa galchu qabna. ✔
5/33 3. Qoranoon gabaa bitooni akka haala gabaa hubataan godha. ✔
7/33 4. Sagantaa facaasaan raafuu maramaan akka meeshaa karoora oomishaati. ✔
16/33 5. Bishaan waal fakaatu oobaasuun mataa waalfakatu godhata. ✔
18/33 6. Yeroo mata godhatu, biqiltuun potasiyemii bayyee barbaada, kanaafuu
daraa naqun oomisha gudisa. ✔
20/33 7. Midhaan jijirani qotuun babaliina dhibee fi ilbiisa hin ittisu,garu albudota
biyyee keessaa dabala. ✔
22/33 8. Wareerii “Diamond Back Moth (DBM)” ji’a ji’insaati yeroo bayyee ni jabata. ✔
27/33 9. Sadarka bufata biqiltuuti dhibeen“Damping-off” baratama dha. ✔
30/33 10. Raafuun maramaan kan gahu yeroo mataan isa laafaa ta’e. ✔
[Note]
• If there is any question which half of the participants gave the wrong answer, you need to repeat
the specific area regarding to question
The Project for Smallholder Horticulture Farmer Empowerment through Promotion of Market-Oriented Agriculture (Ethio-SHEP) @ 2019 33/33

You might also like