100% found this document useful (1 vote)
429 views28 pages

Gabaasa Hojii Invastimantii Aanaa Bachoo

gabaaa hojii investment

Uploaded by

mulunehamdissa97
Copyright
© © All Rights Reserved
We take content rights seriously. If you suspect this is your content, claim it here.
Available Formats
Download as PPTX, PDF, TXT or read online on Scribd
100% found this document useful (1 vote)
429 views28 pages

Gabaasa Hojii Invastimantii Aanaa Bachoo

gabaaa hojii investment

Uploaded by

mulunehamdissa97
Copyright
© © All Rights Reserved
We take content rights seriously. If you suspect this is your content, claim it here.
Available Formats
Download as PPTX, PDF, TXT or read online on Scribd

WAJJIRAA INVESTIMENTII FI

INDUSTRII AANAA BACHOO


GABAASA HOJII JI’OOTA
SAGALI BARA 2016
Hojiile Gurguddoo Hojjatamaan
Haala waliigala Sochii Inv’t
 Aanaa keenya keessatti sochii investimantii hanga ammaatti jiru keessatti
abbootiin qabeenyaa biyya keessaa 69 fi biyyaa alaa 1 walitti abbootii
qabeenyaa 70 (warreen eeyyamaa Inv't qaban)ta’aan kan jiran yommu
ta’u kanneen keessa magaala- 62, baadiya(qonnaan bultoota) – 8
 Sochiin hojii invastimantii aboottiin qabeenya kun irratti hirmaatan
damee dameedhan:-
 Maanfaakicharii irratti Abbootii Qabeenyaa= 6
 Agroo Industirii irratti= 7
 Tajaajila Addaa adda irratti= 55
 Mana baruumsa = 1
 Qonna fi Abaaboo irratti 1 yoo ta’an waliigalatti Abootii qabeenyaa 70 ta’u.
 Abootii qabeenyaa kanneen facaatii isaanii magalaa fi baadiyyaadhan yommu ilaallu
 Magaala keessatti = 62
 Baadiyyaa irratti = 8
Itt….

 Sochii hojii invastimantii akka Aanaa keenyatti babal’achaa


dhufeen carraa hojii, hojii barbaadotaaf argame
ilaalchisee( damee qonnaa, damee taajajilaan fi
maanufakchaariingii):-
 Carraa hojii yerootin namoota: 365
 Carraa hojii Dhaabbitiin namoota:186 waaliit nama 551.

 Carraalee (pooteenshala) invastimantii Aanaan keenya abbootii


qabeenyaa irratti simmachuuf qopha’ee
 Baadiyyaa irratti lafti Qonna beenyaa barbaadu abaaboo, kuduraa fi mudura ,
misooma Aananin fi Lukku oomishisuu ta’u danda’u Hek= 63 kan
qophaa’ee dha.
Itt….
 Carraawwan lafa invastimantiif ooluu danda’an
baadiyyaa irratti heektarri qoopha’ee keessa
hek.63 saayitiin isaa qopha’ee fi adda bahee

ragaan isaa godinaaf ergame jira.


Hojiiwwaan Gurguddoo Adeemsa gareen
Hojjatamaan
• Milkaa’ina hojii abbootii qabeenyaa simachuu fi deeggarsa
barbaachisaa gochuun dhimmoota ijoo Waajjiri kun irratti
xiyyeeffatee hojjatu dha. Wajjirichii adeemsale ijoo hojii torba(7)
kan ofi keessaatti qabaatef waliigala hojjattoota jaha(6) kan
qabudha.
1. Garee Qorannoo dhimma Inv’t fi Pooteenshiyaala lafa investimentii
 lafa investimentii adda baasuu
• Magaala karoora 1.5 hek Raawwii= 4.5(Istookii mooummaa)
• Baadiyaa Karoora= 45 Raawwii-44.5(lafa q/b dhumfaa)
• Sayit pilaanni qaba
Pootenshalaa Aanaa beeksisuu ilaalchise
• Birosharii Aanaa ibsuu qopheesuun raabsuu kar= 100 Raaw= 125
• Foramii Abooti Qabeenyaa Gaggeesuu karoora =1 Raawwii= 1
• Ibsa Midiyaa kennuu( koomiinkeshiinii Aanaa, qophii miidiyaa)
kar=1 Raw= 1
Suura Foorami A/Qabeenya gaggeefame
Suurootaa Pirojeektootaa invastimantii
Deegarsa, Hordoffii fi To'aannoo Pirojeektii
Investmentii
 Deeggarsa fi hordoffii pirojeektoota investimantii
fooyyeessuu karoora 12 Raawwii= 12 marsaan
 Pirojeektoota investimantii Aanaa keenya
Deeggarsa fi hordoffiin taasifameef;-
Maanfaakicharii irratti Abbootii Qabeenyaa 6
Agroo Industirii irratti 3
 Tajaajila Addaa adda irratti 56
Qonna fi Abaaboo irratti 5.
2. Garee Deegarsa, Hordoffii fi To'aannoo Pirojeektii
Investmentii Qonnaa fi Tajaajila

 Pirojektootaa damee qonnaa hojii misooma qabatama keessaa


duran jiran humna guutun Omishaattii /operation/ akka galan
taasiisuu karoora 5 Raawwii 5
• Pirojektoota haara dame qonnaa bara 2015 murti boordii argatan
hordooffuu fi deeggaruun gara omishaattii galan taasiisuu= 3
raawwatame
• Pirojektootaa damee Tajaajilaa ijaarsaa xumurani jiran (consruction
completed ) Hordooffi fi deeggarsaa taasiisuun tajaajilaa akka
eegalan gochuu = 2 raawwatame
ittii...
• Pirojektoota dame Tajaajilaa ijaarsaa sadarkaa
adda adda irra jiran (underconstruction)
gutuma gututtii xumuran tajaajilaa kennuu
akka eegalan taasiisuu= 2 raawwatame
• Pirojektootaa akkaata waliigaltee seenen hin
hojjanee irrattii to’aannoo gaggeessuudhaan
waligaltee akka diigamuu taasiisuu = Raawwii
- ofi-eganoo A/Qabeenya 6 marsa lamaa
barreefame jira
itt...
Carra hojii dhaabbii fi yeroo damee inv't tajaajilaa fi
qonna
Damee tajaajila -- dhaabii dhir- 55 dub- 95
yeroon dhi- 113 dub- 460
Damee qonnaa-- dhaabbii dhir- 70 dub- 98
yeroon dhir- 39 dub- 45
Galii mootummaa dame qonnaa fi tajaajila karoora 70
mil Raawwii 85 mil
Sharafa biyyaa Ala damee inv't qonnaa kar= 2.5mil
Raawwii 2.5mil
Piroojektoota akkata waligaltee guutaanin hojitti hin
galee irraatti tarkanfi sirreefama fudhachuu Raawwii- 1
Garee Simannaa, Xiinxala, Bulchiinsa waliigaltee fi
kenna Heeyyamaa

 Qotee bultoota adda durootaa fi Mayikroo Interpiraayzoota


hubannoo inv't kennu
 Q/bulaa____ Imx -10
 Simannaa gaggeefame
 Qotee bulaa kar-66 Raawwii-___
 IMXlee magaala -- karrora 5 raawwii=--- hin jiru
 IMXlee baadiyaa -- karoora=1 raawwii= ---
 Pirojektii Qonnaan bulaa eeyyamaa argaatan – baay’ina= 8
 Qonnaan bulaa Eeyyamaa argaatan keessa hojii Ijaarsa irraa
jiran- Karoora = 8 Raawwii = 4 sosochii ijaaarsa
 Qonnaan bulaa eeyyamaa argaatan keessaa Oomisha /tajaajila
kennuu kan eegalan karoora= 8 Raawwii= 0 hin jiru.
Garee deeggarsaaf hordoffii Qonnaan bultootaa fi IMXlee Ce’aanii

Pirojektii Qonnaan bulaaf IMXlee ce’anii fi


deeggarsa hordoffii taasisuun hojii qabatamaadhan
gara Abboottii qabeenya akka ce’aan taasisuu.
 Qonnaan bulaa -- karoora= 66 Raawwii= 0 hin jiru
 IMXlee magaala -- karrora 5 raawwii= --
 IMXlee baadiyaa -- karoora=1 raawwii= ---
 Qonnaan bulaa Eeyyamaa argaatan keessa hojii
Ijaarsa irraa jiran- Karoora = 8 Raawwii = 4
 Qonnaan bulaa eeyyamaa argaatan keessaa
Oomisha /tajaajila kennuu kan eegalan karoora= 8
Raawwii= 0 hin jiru.
Garee Walitt Hidhamiinsaa Gabaa

Industrii hudhaalee galtee qabanif galtee tooniin


karoora 85 Raawwii- 100
• Abbootii qabeenya maallaqa hojii raawwachiistuu
liqaa 2.35 mil
• Kaapitalaan 18.16mil
• Xalayaalee deeggarsaa galteewwanii akkasumas,
abbootii qabeenyaa ijaarsarra jiraniif kan akka
Simmintoo barreessuu karoora= 5 Raawwii= 10
• Hanga Oomisha al-ergee gara biyya alaatti ergame
 Abaaboo karoora= 575 toonii Raawwii= 400 toonii
ittii...
 Hanga Galii Sharafa Biyya Alaa argamee
 Abaaboo, karoora- 2.5 USD mil dol Raawwii
2.4 USD mil dol
 Abbootii Qabeenyaa (Qonnaan Bultoota,
IMXlee Cehanii fi kanneen birootiif) seektara
seektaraan leenjii hubannoo uumuu kennuu
karoora= 25 Raawwii= 10
 Hojjimaata Fooya’iinsa Qulqulinaaa fi
Oomishtummaa /KAIZEN/ Industiriiwwan
Baay’ini isaanii 2( Union Bachoo waliso fi
warshaa soft) akka argatan ta’an jiru.
Abbootii Qabeenyaa Lafa Investimentii dhaan Fudhaatanii lafa
mana jireenyaa fi dhimma biroof oolchaan

• Akkaata daambii bulchiinsa Lafa Investimentii bahe jirun A/qabeenya heyyaama


investimentii argaatan garuu hojjaacha kan hin jire akkaa Aanaa keenyat namoon
20 n adda bahan jiran.

A. Warra lafa investimentii gara mana jireenyaatti jijjiruun keessa


jiraacha jiran.
1. Akililuu Gassasaa
2. Alamaayyoo Gammachuu
3. Baacaa Gammadaa
4. Muluu Tulluu
5. Taaddalachi Biraanuu
6. Tafarraa Akaaluu
7. Girma Jirruu
A. Warra lafa ykn qabeenya irraa jiru
gurguratanii namnii bitatee hojii walfakkaata
irraatti hojaacha jiran.

1. Abbabaa Bayeessaa
2. Ahimaad Muzayyiin
3. Gannanaa Gassasaa
4. Astadaa Caalaa
5. Baay’isaa Abdatoo
C. Warra lafa fi qabeenya irraa jiru gurguratanii
qamni bitee hojii osoo ittii hin egaliin jiru ykn hojii
bira irraattii hojjaata jiran.
1. Tasfaayee Fissahaa
2. Tasfaayee Ayyalaa
3. Asaffaa Dhiyanaa
4. Hayiluu Dhiyanaa
5. Midhaakisa Fayyisaa
6. Geexee Dagafuu
7. Abbabaach Guddisaa
Carra Hojii Dhaabbii fi Yeroo Damee Investimanti Qonnaa fi
taajaj tin uumaamee
Dhi 4 1
Carra Hojii Dhaabbii fi
Dhab 5 3 1
Yeroo Damee bii Du 5 3 1 2 1

Investimanti Qonnaa tin


uumaamee yeroo Dhi 40 15 22 4 6

Du 25 9 13 15 22

walitt 75 30 37 25 30
i

Carra Hojii Dhaabbii fi Yeroo Dhaa Dh 100 30 24 10 4


Damee .
Investimanti Tajaajilaatin Du 100 30 28 16 10
uumaamee
yeroo Dh 200 70 77 5 7
Walitti-hidhamiinsa gabaa biyya keessaa
uumame

k/ra k/ra Rawi Hanga


wogga kurmana Kurm ji’a/[Link]
ana

Galii Mootummaa dame Qars 70,000 50,000 50,00 72,0


hii 0 00
Qonnaa fi Tajaajila irra

argamee

Sharafa Biyyaa Ala Damee Doll 1 1 1 1


ar:-2
Investimantii Qonnaa irra

argamee MIL.
kenna tajaajjila lamumma
T/L Tarkaanfiiwwan Karoorafi Raawwii Karoor
tarsiimoo (hojii a
gurguddoo idilee Kur.1ffaa Hanga ji’a kanaa wagga Yaada
a a

Irraa %

Raawwii 2015

Karoora 2016
Ji’a Raaw % Karo. Raw %
kan . w.
Safartuu

1 Hojiiwwan Kenna
tajaajjila lamummaan
hojataman
1.1 Nageenya fi Tasgabbii Qar - 250,0 - - -
naannawaa eeguu 00

Hojii Barnootaa Qar, 150,0 250,0 90,00 50,00 250,0 320,0


00 00 0 0 00 00
1.2 keessatti hirmaachuu
Ida’ 150,0 500,0
ama 00 00

Hub; [Link] warshaa Abaaboon deegarsa barnoota irraatti kan kennamedha


Ragaa deegaraman suuran
Rakkoolee gurguddoo hojii keessatti
mudatanii.

 Qophiin lafa Investimentii haala barbaadamuun qophaa’uu dhabuu (FKN

yeroon Qulqullinaan baayinaan qophaa’uu dadhabuu)


 Abbootiin qabeenya maqaa Inv’t tin bara 2005 irraa eegalee lafa m 2

hanga 1000 fi oli fudhatan :

A . Kan mana jireenyaa taasisan.

B. Kan mana irratti ijaarani duwwaa jiru

C. Gosa inv’t ittin fudhatan dhiisanii gosa biraatin hojjachaa jiraachuu.


 Abbootiin qabeenyaa haala lafa fudhatan sanaan hojii ijaarsaa

xumuruun hojii idilee keessa galuu dhiisuu.


 Hojiin ijaarsa pirojaktoota invastimantii Abbootii

Qabeenyatiin gaggeefamu addaan ciccitaa ta’uu isaa.


 Hordoffiin pirojaktoota invastimantii yammu
gaggeefamu Abbootii qabeenyaa tokko tokko iddoo
pirojaktii isaanitti argamuu dhabuu, kanneen akka bakka
bu’aatti ykn hojjattaa isanii ta’uun bakkatti argaman
ragaa guutuu kennuu dhabuu fi feedhii dhabuu.
 Qonnaan bulaan fi IMxleen akkaa karoora kennameen
investiimentiit Cessisuu daadhabu.
Furmaata kenname

 Lafti Invastimantiif oluu haala barbaadamuun akka qopha’uu


warren dhimmi ilaalu waliin mari’achuun laftii akka qopha’uu
gochu.
 Abbootti qabeenyaa akkaataa lafa inv’t fudhataniif oolchuu
dhisan gorsaa fi akeekkachisan kennuu fi murtee
baarbachiisa fudhaachu.
 Abbootin qabeenyaa gosa inv’t fudhatanin dhiisani kan birootin
hojjataa jiran akkaataa qajeelfamin invastimanti eeyyamuun jijjira
gosa hojii taasisuu akka danda’an w/ra keenyatti iyata akka
dhiyeefatan taasisuu.
 Qamni dhimmii ilaalatu seektarooni gamaa qonnaan bulaa fi IMxlee
cessisuu irraatti qooda qaban hirmaachuun yeroo hafet raawwachuu,

You might also like