“Your Kids Our Kids!” “MЋ MЉ‹” “†¨<!
+251116-607203/04 +251-911-469878 3628 www.safari-academy.comAddis Ababa, Ethiopia
2024 Wagga Barnoota Afaan-Oromo Gaaffii Yaalii Lama Kuta 4ffaa
Maqaa ___________________________Guyyaa ____________
1. Qubee Dachaa Jala Sararuun agarsisi (Underline compound letters)
a. Buuphaa
b. Chaappaa
c. Dhugaa
d. Dhibee
e. Shaashii
2. Kallattiiwwan barreessi (Write directions)
a. _________________
b. _________________
c. _________________
d. _________________
3. Jechoota qubee afur irraa ijaaraman lama barreessi (Write words that made form 2 letters).
a. ______________
b. ______________
4. Qaamolee alaa nafa namaa kan ta’e kami? (Which is human body part?)
a. Mataa c. Hidhii e. b malee hundi sirridha (all, except b)
b. marga d. Irree
5. Kallattiiwwan iddoo meeqatti qoodamu? (How many directions are there? )
a. 4 b. 2 c. 3 d. 6
6. Jechi qubee dachaa qabu isa kami? (Which word contain compound letter?)
a. Dachee b. lafa c. mana d. laafaa
1 “ፈጣሪ የምንወዳቸውን ልጆቻችንን፣ ህዝባችንን እና ሀገራችንን ይጠብቅልን!”
Gaaffii Yaalii Lama Kuta 4ffaa